24 Utuu namni hundi raajii dubbachaa jiruu yoo namni hin amanne tokko yookaan namni hin baratin tokko ol seene inni akka cubbamaa taʼe nama hundaan ni amansiifama; nama hundaanis isatti murama; 25 icciitiin garaa isaa keessaas ifatti ni baafama. Innis, "Allaahan dhugumaan isin gidduu jira" jedhee dubbachaa addaan lafatti gombifamee Allaah waaqeffata.
Publicidade
1 Qorontos 14
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.