Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Coríntios 2

14 Namni foonii wantoota Hafuura Allaaha hin fudhatu; kun isaaf gowwummaadhaatii; wantoonni Hafuuraa waan Hafuuraan qoramaniif inni hubachuu hin dandaʼu. 15 Namni Hafuuraa waan hundumaa ni qora; ofii isaatii garuu eenyuun iyyuu hin qoramu.

16 "Akka isa barsiisuuf,

eenyutu yaada garaa Gooftaa beeke?"2:16 Isa 40:13

Nu garuu yaada garaa Al-Masiihii qabna.

Veja também