13 "Nyaanni garaadhaaf; garaanis nyaataaf;" Allaahan garuu lachan isaanii iyyuu ni balleessa. Dhagni Gooftaa tajaajiluudhaaf malee halalummaaf miti; Gooftaanis dhagnaaf. 14 Allaahan humna isaatiin warra duʼan keessaa Gooftaa kaaseera; nus akkasuma ni kaasa.
Publicidade
1 Qorontos 6
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.