Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Phexros 1

18 Isin akka jireenya faayidaa hin qabne kan abbootii keessan irraa dhaaltan irraa waan baduu dandaʼu kan akka meetiitii fi warqeetiin hin furamin beektuutii. 19 Garuu dhiiga gatii guddaa qabu, dhiiga Al-Masiihii jechuunis hoolaa mudaa yookaan hanqina hin qabne sanaatiin furamtaniirtu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também