13 Sababiin isaas Aadam jalqabatti uumame; Haawaan immoo ergasii uumamte. 14 Aadam hin gowwoomfamne; dubartittiin garuu gowwoomfamtee seera cabsite.