Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Coríntios 11

24 Harka Yihuudootaattis siʼa shan afurtama jechuu tokko hanquu garafameera. 25 Siʼa sadii uleen dhaanameera; siʼa tokko dhagaadhaan tumameera; siʼa sadii dooniin na jalaa caccabeera; halkan tokkoo fi guyyaa tokko galaana keessa tureera;

Veja também