16 Manni qulqullummaa Allaaha waaqeffatamtoota tolfamoo wajjin walii galtee maalii qaba? Nu mana qulqullummaa Allaah jiraataa ti. Allaahanis akkana jedhee dubbateera;
"Ani isaan wajjin nan jiraadha;
isaan gidduus nan deddeebiʼa.
Ani Allaah isaanii nan taʼa;
isaanis saba koo ni taʼu."6:16 Lew 26:12; Erm 32:38; His 37:27