Pular para o conteúdo
Publicidade

Mulʼata 2:10

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

10 Dhiphina sirra gaʼuuf jiru hin sodaatin. Kunoo, akka qoramtaniif ibliis isin keessaa namoota tokko tokko mana hidhaatti ni galcha. Guyyaa kudhanis ni dhiphattu. Ati hamma duʼaatti amanamaa taʼi; ani gonfoo jireenyaa siifin kennaatii.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    10 ዽጵነ ስረ ገኡፍ ጅሩ ህንሶዳትን። ኩኖ፣ አከ ቆረምተኒፍ ዲያብሎስ እስን ኬሳ ነሞተ ቶኮ ቶኮ መነ ህዻት ንገልቸ። ጉያ ኩዸንስ ንዽጰቱ። አት ሀመ ዱኣት አመነማ ተእ፤ አን ጎንፎ ጅሬኛ ሲፍን ኬናቲ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    10 Dhiphina sirra gaʼuuf jiru hin sodaatin. Kunoo, akka qoramtaniif diiyaabiloos isin keessaa namoota tokko tokko mana hidhaatti ni galcha. Guyyaa kudhanis ni dhiphattu. Ati hamma duʼaatti amanamaa taʼi; ani gonfoo jireenyaa siifin kennaatii.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.