Pular para o conteúdo
Publicidade

Mulʼata 3:15-17,20

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

15 Akka ati qabbanaaʼaa yookaan hoʼaa hin taʼin ani hojii kee beeka! Ani utuu ati qabbanaaʼaa yookaan hoʼaa taatee silaa nan hawwa ture. 16 Kanaafuu ati waan laphii3:16 Laphii – Lodooqiyaa bira burqaawwan hoʼaa bishaanonni isaanii fagoo deemanitu ture. Bishaan kunis laphii (bulluqoo) taʼee ergasii qilee (hallayyaa) fuula Lodooqiyaa duraatti dhangalaʼa ture. Bishaan sunis dhukkuba namatti fida ture. taateef, hoʼaa yookaan qabbanaaʼaa waan hin taʼiniif ani afaan kootii si tufuu gaʼeera. 17 Ati, ‘Ani sooressa; qabeenya argadheera; wanni na barbaachisu tokko iyyuu hin jiru’ jetta. Garuu ati deegaa, rakkataa, hiyyeessa, jaamaa fi qullaa taʼuu kee hin beektu. 20 Kunoo, ani balbala dura dhaabadheen balbala rurrukuta. Yoo namni kam iyyuu sagalee koo dhagaʼee balbala naaf bane, ani ol seenee isa wajjin irbaata nan nyaadha; innis na wajjin ni nyaata.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    15 አከ አት ቀበናኣ ዮካን ሆኣ ህንተእን አን ሆጂኬ ቤከ! አን ኡቱ አት ቀበናኣ ዮካን ሆኣ ታቴ ስላ ነንሀወ ቱሬ። 16 ከናፉ አት ዋን ለጲ3፥16 ለጲ – ሎዶቅያ ብረ ቡርቃወን ሆኣ ብሻኖትንሳኒ ፈጎ ዴመንቱ ቱሬ። ብሻን ኩንስ ለጲ (ቡሉቆ) ተኤ ኤርገሲ ቅሌ (ሀለያ) ፉለ ሎዶቅያ ዱራት ዸንገለአ ቱሬ። ብሻን ሱንስ ዹኩበ ነመት ፍደ ቱሬ። ታቴፍ፣ ሆኣ ዮካን ቀበናኣ ዋን ህንተእኒፍ አን አፋንኮቲ ስቱፉ ገኤረ። 17 አት፣ ‘አን ሶሬሰ፤ ቀቤኘ አርገዼረ፤ ወን ነ በርባችሱ ቶኮዩ ህንጅሩ’ ጄተ። ገሩ አት ዴጋ፣ ረከታ፣ ህዬሰ፣ ጃማፊ ቁላ ተኡኬ ህንቤክቱ። 20 ኩኖ፣ አን በልበለ ዱረ ዻበዼን በልበለ ሩሩኩተ። ዮ ነምን ከምዩ ሰገሌኮ ዸገኤ በልበለ ናፍ በኔ፣ አን ኦል ሴኔ እሰ ወጅን እርባተ ነንኛዸ፤ እንስ ነ ወጅን ንኛተ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    15 Akka ati qabbanaaʼaa yookaan hoʼaa hin taʼin ani hojii kee beeka! Ani utuu ati qabbanaaʼaa yookaan hoʼaa taatee silaa nan hawwa ture. 16 Kanaafuu ati waan laphii3:16 Laphii – Lodooqiyaa bira burqaawwan hoʼaa bishaanonni isaanii fagoo deemanitu ture. Bishaan kunis laphii (bulluqoo) taʼee ergasii qilee (hallayyaa) fuula Lodooqiyaa duraatti dhangalaʼa ture. Bishaan sunis dhukkuba namatti fida ture. taateef, hoʼaa yookaan qabbanaaʼaa waan hin taʼiniif ani afaan kootii si tufuu gaʼeera. 17 Ati, ‘Ani sooressa; qabeenya argadheera; wanni na barbaachisu tokko iyyuu hin jiru’ jetta. Garuu ati deegaa, rakkataa, hiyyeessa, jaamaa fi qullaa taʼuu kee hin beektu. 20 Kunoo, ani balbala dura dhaabadheen balbala rurrukuta. Yoo namni kam iyyuu sagalee koo dhagaʼee balbala naaf bane, ani ol seenee isa wajjin irbaata nan nyaadha; innis na wajjin ni nyaata.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.