Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 16

25 Gara halkan walakkaatti Phaawulosii fi Siilaas duʼaa gochaa, faarfannaadhaanis Allaah galateeffachaa turan; hidhamtoonni kaanis isaan dhaggeeffachaa turan. 26 Akkuma tasaa sochiin lafaa cimaan tokko taʼe; kanaanis hundeen mana hidhaa sanaa raafame; yommusuma balballi hundinuu ni baname; foncaan nama hundaas ni hiikame.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também