Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 4

Phexrosii fi Yohannis Yaaʼii Yihuudootaa Duratti

1 Utuu Phexrosii fi Yohannis namootatti dubbachaa jiranuu, luboonni, ajajaan eegdota mana qulqullummaatii fi Saduuqonni isaanitti dhufan. 2 Sababii ergamoonni sun namoota barsiisanii duʼaa kaʼuu karaa Iisaatiin argamu labsaniifis akka malee aaran. 3 Isaanis Phexrosii fi Yohannisin qabanii hamma guyyaa itti aanuutti mana hidhaatti isaan galchan; galgalaaʼee tureetii.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também