11 Iisaanis,
" ‘Dhagaa isin ijaartonni tuffattan
kan dhagaa golee taʼee dha.’4:11 Zab 118:22
12 Fayyinni nama biraa tokko irraa iyyuu hin argamu; maqaan nu ittiin fayyifamnu kan shamaayʼun gaditti namootaaf kenname biraa tokko iyyuu hin jiruutii."

11 ዬሱስስ፣
" ‘ዸጋ እስን እጃርቶትን ቱፈተን
ከን ዸጋ ጎሌ ተኤዸ።’4፥11 ፋር 118፥22
12 ፈይን ነመ ብራ ቶኮራሌ ህንአርገሙ፤ መቃን ኑ እቲን ፈይፈምኑ ከን ሰሚ ገድት ነሞታፍ ኬነሜ ብራ ቶኮዩ ህንጅሩቲ።"
11 Yesuusis,
" ‘Dhagaa isin ijaartonni tuffattan
kan dhagaa golee taʼee dha.’4:11 Far 118:22
12 Fayyinni nama biraa tokko irraa iyyuu hin argamu; maqaan nu ittiin fayyifamnu kan samii gaditti namootaaf kenname biraa tokko iyyuu hin jiruutii."
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.