29 Yaa Gooftaa, egaa doorsisa isaanii ilaaliitii akka garboonni kee ija jabinaan dubbii kee dubbataniif dandeettii kenniif. 30 Nama fayyisuu fi maqaa tajaajilaa kee qulqullichaa, maqaa Iisaatiin mallattoo fi dinqii hojjechuuf harka kee diriirfadhu."
Publicidade