2 Kanaaf ergamoonni kudha lamaan barattoota hunda walitti qabanii akkana jedhaniin; "Maaddii tajaajiluuf jennee dubbii Allaaha barsiisuu dhiisuun nuuf qajeelaa miti. 3 Kanaaf yaa obboloota isin namoota maqaa gaarii qaban kanneen Hafuura Qulqulluu fi ogummaan guutaman torba gidduu keessanii filadhaa. Nus itti gaafatama kana isaanitti kenninee, 4 Allaah duratti duʼaa gochuu fi dubbii isaa barsiisuutti jabaannaa."
Publicidade
Hojii 6:2-4
KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
2 ከናፍ ኤርገሞትን ኩዸ ለማን በረቶተ ሁንደ ወልት ቀበኒ አከነ ጄዸኒን፤ "ማዲ ተጃጅሉፍ ጄኔ ዱቢ ዋቃ በርሲሱ ዺሱን ኑፍ ቀጄላ ምት። 3 ከናፍ ያ ኦቦሎተ እስን ነሞተ መቃ ጋሪ ቀበን ከኔን ሀፉረ ቁልቁሉፊ ኦጉማን ጉተመን ቶርበ ግዱኬሰኒ ፍለዻ። ኑስ እት ጋፈተመ ከነ እሳንት ኬንኔ፣ 4 ዋቀ ከዸቹፊ ዱቢሳ በርሲሱት ጀባትና።"
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
2 Kanaaf ergamoonni kudha lamaan barattoota hunda walitti qabanii akkana jedhaniin; "Maaddii tajaajiluuf jennee dubbii Waaqaa barsiisuu dhiisuun nuuf qajeelaa miti. 3 Kanaaf yaa obboloota isin namoota maqaa gaarii qaban kanneen Hafuura Qulqulluu fi ogummaan guutaman torba gidduu keessanii filadhaa. Nus itti gaafatama kana isaanitti kenninee, 4 Waaqa kadhachuu fi dubbii isaa barsiisuutti jabaannaa."
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.