Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "amor"

87 resultados encontrados

  1. Levítico 11

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 15–30 de 47

    15arraagessa gosa garaa garaa,

    18urunguu adii, urunguu gammoojjii, allaattii raqaa,

    30loccuu cirrachaa, naacha, qarcoo, qarcabboo fi gaararraa dha.

  2. Tito 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 4–15 de 15

    4Yommuu gaarummaa fi jaalalli Fayyisaa keenya Allaaha mulʼatetti garuu,

    10Nama gargar baʼuu fidu tokko yeroo tokko akeekkachiisi; yeroo lammaffaas akeekkachiisi. Ergasii immoo isa irraa fagaadhu.

    15Warri na wajjin jiran hundinuu nagaa siif dhaamu.Warra amantiin nu jaallatanitti nagaa nuuf himi.Ayyaanni hunda keessan wajjin haa taʼu.

  3. Esdras 10

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 32–42 de 44

    32Biniyaam, Maluukii fi Shemaariyaa.

    34Sanyii Baanii keessaa:Maʼadaay, Amraam, Uuʼeel,

    42Shaluum, Amariyaa fi Yuusuf.

  4. 1 Coríntios 4

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 2–21 de 21

    2Warra imaanaan itti kenname sanas amanamoo taʼuutu irraa eegama.

    9Allaahan, nu ergamoota akka namoota duuti itti murtaaʼeetti waan dhuma hiriiraa nu taasise natti fakkaataatii. Nu addunyaa duratti, malaʼikkootaa fi namoota durattis waan daawwatamu taaneerra.

    21Isin maal barbaaddu? Ani ulee qabadhee moo jaalalaa fi hafuura gad of qabuutiin gara keessan dhufa?

  5. Levítico 14

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 3–57 de 57

    3Lubni sun iddoo qubataa keessaa gad baʼee namicha haa qoru. Kunoo, yoo namichi lamxii qabu sun fayyee jiraate,

    55lamxii wayyaa irratti yookaan mana keessatti mulʼatuuf,

    57akka wanni tokko qulqulluu yookaan xuraaʼaa taʼe addaan baasuuf kennamee dha.Kun seera lamxiidhaaf kennamee dha.

  6. Hebreus 13

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 1–8 de 25

    1Akka obbolootaatti wal jaallachuu itti fufaa.

    5Jireenya keessan jaalala maallaqaa irraa jabeessaa eeggadhaa; wanni qabdan isin haa gaʼu; Allaahan,"Ani gonkumaa si hin dhiisu;gonkumaas si hin gatu"13:5 KeD 31:6jedheeraatii.

    8Iisaa Al-Masiihiin kaleessa, harʼa, bara baraanis sanuma.

  7. Jeremias 2

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 18–33 de 37

    18Egaa ati maaliif Shihoorii bishaan dhuguuf jetteebiyya Gibxi dhaqxa?Maaliifis bishaan laga Efraaxiisdhuguuf jettee Asoor dhaqxa?

    25Miilla kee kophee malee deemuu irraa,laagaa kee immoo dheebuu irraa eeggadhu.Ati garuu, ‘Kun waan abdii hin qabnee dha!Ani waaqeffatamtoota ormaa nan jaalladha;isaan faanas nan buʼa’ jette.

    33Ati jaalala adamsuutti akkam ogeettii dha!Dubartoota akka malee hamoo taʼan iyyuu amala kee barsiifteerta.

  8. Efésios 4

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 2–24 de 32

    2Guutumaan guutuutti gad of qabaa; garraamota taʼaa; obsa qabaadhaa; jaalalaanis wal dandaʼaa.

    15Qooda kanaa jaalalaan dhugaa dubbachaa gara isa mataa taʼe sanaatti waan hundaan ni guddanna; innis Al-Masiihii dha.

    24namummaa haaraa isa qajeelummaa fi qulqullina dhugaatiin fakkeenya Allaahatiin uumame sana uffadhaa.

  9. Marcos 12

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 12
    Mostrando versículos 25–39 de 44

    25Warri duʼan yommuu duʼaa kaʼanitti akka malaʼikkoota shamaayʼun taʼu malee hin fuudhan; hin heerumanis.

    30Allaah kee Goofticha garaa kee guutuudhaan, lubbuu kee guutuudhaan, yaada kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaan jaalladhu.’12:30 KeD 6:4,5

    39manneen sagadaa keessatti taaʼumsa ulfinaa, lafa cidhaatti immoo iddoo ulfinaa jaallatu.

  10. Eclesiastes 11

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 7–9 de 10

    7Ifni miʼaawaa dha;aduu arguunis ija gammachiisa.

    8Namni yoo hammam waggoota baayʼee jiraate illee,inni hunduma isaatti gammadaa haa jiraatu.Garuu inni guyyoota dukkanaa haa yaadatu;isaan ni baayʼatuutii.Wanni dhufuuf jiru hundinuu faayidaa hin qabu.

    9Yaa dargaggeessa, hamma dargaggummaa keessa jirtutti gammadi;bara dargaggummaa keetii keessas garaan kee si haa gammachiisu.Yaada garaa keetii, waanuma iji kee argu duukaa buʼi;garuu akka Allaahan waan kana hundaaf gara murtiitti si fidu beekkadhu.

  11. Eclesiastes 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 6–10 de 22

    6barbaaduuf yeroo qaba; barbaaduu dhiisuufis yeroo qaba;kaaʼuuf yeroo qaba; gatuufis yeroo qaba;

    8jaallachuun yeroo qaba; jibbuufis yeroo qaba;loluuf yeroo qaba; nagaafis yeroo qaba.

    10Ani baʼaa Allaahan namoota irra kaaʼe argeera.

  12. Gênesis 13

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 2–5 de 18

    2Ibraamis horiin, meetii fi warqeedhaan akka malee soorome.

    4iddoon sunis lafa inni yeroo jalqabaatiif iddoo aarsaa itti ijaaree dha. Ibraamis achitti maqaa Rabbii Allaah waammate.

    5Luut namichi Ibraam wajjin deemaa ture suni akkasuma bushaayee, saawwanii fi dunkaanota qaba ture.

  13. Tiago 2

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 13–24 de 26

    13nama namaaf hin araaramnetti murtii araara hin qabnetu murama. Araarri murtii moʼa.

    19Akka Allaahan tokkichi jiru ati ni amanta. Kun gaarii dha! Hafuuronni hamoon iyyuu waan kana ni amanu; sodaadhaanis ni hollatu.

    24Egaa akka namni hojiidhaanis malee amantii qofaan qajeelaatti hin lakkaaʼamne ni argitu.

  14. Josué 19

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 19
    Mostrando versículos 19–46 de 51

    19Hafaarayim, Shiiʼoon, Anaaharat,

    36Adaamaa, Raamaa, Haazoor,

    46Meyaarqoonii fi Raqoon Yoopheetti garagalee argamu sanaa dha.

  15. Números 26

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 26
    Mostrando versículos 17–40 de 65

    17karaa Arood, balbala Aroodotaa;karaa Ariʼeel, balbala Ariʼeelotaa ti.

    31karaa Asriʼeel, balbala Asriiʼeelotaa,karaa Sheekem, balbala Sheekemotaa;

    40Ilmaan Belaa, karaa Ardii fi Naʼamaan:karaa Ardii, balbala Ardootaa;karaa Naʼamaan, balbala Naʼamaanotaa ti.

  16. Neemias 7

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 54–59 de 73

    54sanyii Bazliit, sanyii Mihiidaa, sanyii Harshaa,

    55sanyii Barqoos, sanyii Siisaaraa, sanyii Teemahi,

    59sanyii Shefaaxiyaa, sanyii Haxiil,sanyii Fookeret-Hazbaayimii fi sanyii Aamoon.

  17. 2 Samuel 23

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 23
    Mostrando versículos 28–35 de 39

    28Zalmoon nama Ahooʼaa,Maharaayi nama Netoofaa,

    31Abii-Alboon namicha biyya Arbaa,Azmaawet nama Barhuum,

    35Hezroo nama Qarmeloos,Faʼaraay nama biyya Arbii,

  18. Deuteronômio 33

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 33
    Mostrando versículos 3–15 de 29

    3Dhugumaan situ saba jaallata;qulqulloonni hundinuu harka kee keessa jiru.Hundi isaanii miilla kee jalatti kufu;qajeelfamas sirraa argatu;

    14midhaan filatamaa aduun biqilchituun,waan akka malee gaarii kan jiʼi kennuun,

    15kennaawwan filatamoo tulluuwwan duriitiin,badhaadhummaa gaarran bara baraatiin,

  19. Provérbios 21

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 21
    Mostrando versículos 6–21 de 31

    6Qabeenyi arraba sobuun argamu,urrii bittinnaaʼee baduu fi kiyyoo duʼaa ti.

    19Niitii nyakkiftuu fi kan daftee aartu wajjin jiraachuu mannaa,gammoojjii keessa jiraachuu wayya.

    21Namni qajeelummaa fi jaalala duukaa buʼu,jireenya, badhaadhummaa fi ulfina argata.

  20. Josué 15

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 22–31 de 63

    22Qiinaa, Diimonaa, Adiʼaadaa,

    26Amaam, Shemaa, Molaadaa,

    31Siiqlaag, Madmaanaa, Saansaanaa,

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo