36Adaamaa, Raamaa, Haazoor,
37Qaadesh, Edreyii, Een Haxoor,
43Eeloon, Tiimnaahi, Eqroon,
124 resultados encontrados
36Adaamaa, Raamaa, Haazoor,
37Qaadesh, Edreyii, Een Haxoor,
43Eeloon, Tiimnaahi, Eqroon,
1"Garaan keessan hin raafamin. Allaahatti amanaa; nattis amanaa.
17inni Hafuura dhugaa ti. Addunyaan waan isa hin arginee fi waan isa hin beekneef isa fudhachuu hin dandaʼu. Isin garuu waan inni isin wajjin jiraatuuf, isin keessas waan jiruuf isa ni beektu.
27Ani nagaa isin biratti nan hambisa; nagaa koos isiniif nan kenna. Ani akka addunyaan kennutti isiniif hin kennu. Garaan keessan hin raafamin; hin sodaatinis.
3Isaan keessaa tokko tokko yoo hin amanin maal ree? Amantii dhabuun isaanii amanamummaa Allaaha ni balleessaa?
28Nu akka namni seera eeguudhaan utuu hin taʼin amantiidhaan qajeelaa taasifamu ni amannaatii.
30egaa kan dhagna qabates amantiin, kan dhagna hin qabatinis amantiidhuma sanaan qajeelaa kan taasisu Allaah tokkicha.
5Namoonni wal hacuucu;namni tokko nama kaanitti, ollaanis, ollaa isaatti kaʼa.Dargaggeessi jaarsatti,tuffatamaanis kabajamaatti kaʼa.
11Hamaadhaaf wayyoo!Badiisni isatti ni dhufa!Inni gatii harka isaa ni argata.
21qubeelaa chaappaa, amartii funyaanii
6Eebbi mataa qajeeltotaatti gonfoo kaaʼa;afaan hamootaa irra garuu jeequmsatu lolaʼa.
9Namni amanamaan sodaa malee deema;kan karaa isaa jalʼisu garuu ni saaxilama.
28Abdiin nama qajeelaa gammachuu taʼa;wanni namni hamaan eeggatu garuu ni bada.
1Kanaafuu yaa obboloota qulqulloota, warra waamicha shamaayʼun keessatti hirmaattan, Iisaa ergamaa fi luba ol aanaa amantii keenyaa sana ilaalaa.
6Al-Masiihiin garuu akka Ilmaatti mana Allaaha irratti amanamaa dha. Nus yoo ija jabina keenyaa fi abdii ittiin boonnu sana jabeessinee qabanne, nu mana isaa ti.
17Allaahan waggaa afurtama eenyu faatti aare? Warruma cubbuu hojjetanii reeffi isaanii gammoojjii keessatti kukkufe sanatti mitii?
4Sababii biyyattii keessaabokkaan dhabameef lafti ni babbaqaqxe;qonnaan bultoonnis abdii kutataniimataa isaanii haguuggatu.
19Ati Yihuudaa guutumaan guutuutti gatteertaa?Xiyooniinis ni tuffattaa?Ati maaliifakka nu fayyuu hin dandeenyeef nu miita?Nu nagaa abdanne;garuu wanni gaariin tokko iyyuu hin dhufne;nu yeroo fayyinaa abdanne;garuu raafama qofatu jira.
22Waaqeffatamtoota Namoota Ormaa kanneen faayidaa hin qabne sana keessaa tokko iyyuu bokkaa ni roobsaa?Shamaayʼuniiwwan mataan isaanii iyyuu tiifuu gad erguu?Yaa Rabbii Allaahan keenya suma mitii?Kanaafuu abdiin keenya suma;situ waan kana hunda hojjetaatii.
3Ani yommuun sodaadhutti sin amanadha.
4Allaah ani dubbii isaa jajadhu,Allaah nan amanadha; homaa hin sodaadhu.Namni duʼa hin oolle maal na gochuu dandaʼa?
11Allaah nan amanadha; ani homaa hin sodaadhu.Namni maal na gochuu dandaʼa?
7Ilmaan Heelaa:Zeret, Zooharii fi Etnaan;
29Bilihaa, Ezem, Toolaad,
30Betuuʼeel, Hormaa, Siiqlaag,
19Yoo jireenya ammaa qofaaf Al-Masiihii abdanne nu warra namni hundi naʼuuf taʼuu keenya.
26Diinni dhumaa kan barbadeeffamuu qabu duʼa.
36Yaa gowwaa! Wanni ati facaaftu yoo duʼe malee jireenya hin argatu.
7Nu amantiidhaan jiraanna malee arguun miti.
8Nu ija jabina qabna; dhagna foonii kana irraa addaan baanee Gooftaa wajjin jiraachuu filanna.
11Nu Gooftaa sodaachuun maal akka taʼe waan beeknuuf namoota amansiisuuf yaalii goona. Eenyummaan keenya Allaah biratti beekamaa dha; yaada garaa keessaniitiifis beekamaa akka taʼe nan abdadha.
20Ulfinni koo na keessatti haaraa taʼee jiraata;iddaanis harka koo keessatti haaromfama.’
21"Namoonni calʼisanii gorsa koo eeggachaaabdiidhaan na dhaggeeffatu.
23Isaan akkuma nama bokkaa eeggatuutti na eeggatan;dubbii koos akkuma bokkaa arfaasaa dhugan.
6Simoon Phexros immoo isa duubaan dhufee qabrii keessa seene. Huccuu sanas lafatti arge;
8Ergasiis barataan biraa inni jalqabatti qabrii bira gaʼe sun keessa seene. Innis argee amane.
29Iisaanis, "Ati waan na argiteef amante; warri utuu hin argin amanan eebbifamoo dha" jedheen.
4isaan saba Israaʼel. Ilmummaan, ulfinni, kakuun, seera fudhachuun, tajaajiluu fi waadaan kan isaanii ti.
14Egaa maal jenna ree? Allaahan jalʼaadhaa? Gonkumaa akkas miti!
30Egaa maal jenna ree? Namoonni Ormaa kan qajeelummaa duukaa hin buʼin qajeelummaa karaa amantiitiin taʼe argataniiru.
18Ati dhugumaan gara fuulduraatti abdii qabda;abdiin kees hin citu.
28Isheen akkuma saamtuutti riphxee nama eeggatti;namoota gidduuttis warra hin amanamne baayʼifti.
33Iji kee waan haaraa arga;qalbiin kees jalʼina yaada.
6Rabbii Allaah, araara keetii fi jaalala kee yaadadhu;isaan durumaa jalqabanii jiruutii.
12Namni Rabbii Allaah sodaatu eenyu?Allaahan karaa inni filachuu qabu isa argisiisa.
21Waan ani si eeggadhuuf, amanamummaa fiqajeelummaan ana haa eegan.
4Ani guddiseen isin amanadha; guddisees isiniin nan boona. Ani baayʼee jajjabeeffameera; rakkina keenya hunda keessattis gammachuun koo hamma hin qabu.
6Allaahan warra gaddan jajjabeessu garuu dhufaatii Tiitootiin nu jajjabeesse;
16Ani abdii guutuu isin irraa qaba; kanaafuu nan gammada.
11"Ammas akkan abdadhuuf jabinni koo maali?Akkan obsuufis humni koo maali?
25Dubbiin qajeelaan akkam ulfaataa dha!Falmiin keessan garuu maal mirkaneessa?
26Isin waan ani jedhu qajeelchuu,dubbii nama abdii kutatees akka bubbeetti heduu barbaadduu?
9isa kaaniif Hafuuruma sanaan amantiitu kennama; isa kaaniif immoo Hafuuruma tokkicha sanaan kennaawwan warra dhukkubsatan fayyisuutu kennama;
20Egaa kutaawwan dhagnaa baayʼee dha; dhagni garuu tokkuma.
30Hundumatu kennaa dhukkubsattoota fayyisuu qabaa? Hundumatu afaan haaraa dubbataa? Hundumatu afaan sana hiikaa?
34Ilmaan Shemeer:Ahii, Rohigaa, Yehubaa fi Arraam.
37Bezer, Hoodi, Shamaa, Shilshaa, Yitraanii fi Biʼeeraa.
38Ilmaan Yeteer:Yefunee, Fiisiphaa fi Eraa.