Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "fé"

276 resultados encontrados

  1. Marcos 16

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 16
    Mostrando versículos 15–17 de 20

    15Innis akkana isaaniin jedhe; "Gara addunyaa hundaa dhaqaa; uumama hundumattis injiila lallabaa.

    16Namni amanuu fi cuuphamu kam iyyuu ni fayya; nama hin amannetti garuu ni murama.

    17Mallattoon kunis warra amanan irraa mulʼata; isaan maqaa kootiin hafuurota hamoo baasu; afaan haaraadhaan dubbatu;

  2. 2 Timóteo 2

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 8–12 de 26

    8Iisaa Al-Masiihi isa warra duʼan keessaa kaafame, isa sanyii Daawud irraa dhalate yaadadhu. Kun injiila koo

    11Dubbichi amanamaan akkana jedha:Nu isa wajjin yoo duune,isa wajjin ni jiraanna;

    12nu yoo obsine,isa wajjin ni moona.Nu yoo isa ganne,innis nu gana.

  3. 1 Samuel 16

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 16
    Mostrando versículos 5–21 de 23

    5Saamuʼeelis deebisee, "Eeyyee naguma; ani Rabbii Allaahaf aarsaa dhiʼeessuun dhufe. Isinis of qulqulleessaatii na wajjin gara aarsaa kottaa" jedhe. Ergasiis inni Isseeyii fi ilmaan isaa qulqulleessee gara aarsaatti isaan waame.

    11Innis, "Ilmaan kee hundi kanneenumaa?" jedhee Isseeyin gaafate.Isseeyis, "Quxxisuun hunda isaanii tokko jira; inni garuu hoolota tiksaa jira" jedhe.Saamuʼeelis, "Nama itti ergiitii isa fichisiisi; nu hamma inni dhufutti hin teenyuutii" jedhe.

    20Isseeyis harree tokko fidee buddeenaa fi daadhii wayinii qalqalloo tokko itti feʼee, ilmoo reʼee tokko wajjin ilma isaa Daawudin Saaʼoliif erge.

    21Daawud gara Saaʼol dhufee tajaajila isaa jalqabe. Saaʼol akka malee isa jaallate; Daawudis nama miʼa lolaa isaaf baatu taʼe.

  4. 2 Coríntios 8

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 4–21 de 24

    4carraa qulqulloota tajaajiluu kana keessatti akka hirmaatan cimsanii nu kadhatan.

    14Akka wanti isaan irraa hafu hirʼina keessan guutuuf, yeroo ammaa wanti isin irraa hafu hirʼina isaanii ni guuta. Yoos wal qixxummaan ni jiraata;

    21Nu utuu fuula Gooftaa qofa duratti hin taʼin fuula namootaa durattis waan qajeelaa hojjechuuf tattaaffanna.

  5. Jeremias 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 4–22 de 25

    4Ati amma iyyuu akkana jettee na hin waamnee?‘Abbaa koo, ijoollummaa kootii jalqabdee michuu koo,

    13Ati akka Rabbii Allaah keetti fincilte,akka mukkeen lalisoo hunda jalattijaalala kee waaqeffatamtoota ormaatiif kennitee naa ajajamuu didde,balleessaa kee sana qofa himadhu’ "jedha Rabbii Allaahan.

    22"Yaa saba amantii hin qabne deebiʼaa;ani duubatti deebiʼuu keessan nan fayyisaatii.""Kunoo, nu gara kee ni dhufna;Ati Rabbii Allaah keenyaatii.

  6. Deuteronômio 22

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 22
    Mostrando versículos 11–13 de 30

    11Uffata suufii fi quncee talbaa kan walitti foʼamee dhaʼame hin uffatin.

    12Roga wayyaa uffattuu afran irratti handaara tolchi.

    13Yoo namni tokko niitii fuudhee erga ishee wajjin ciisee booddee ishee jibbee,

  7. Isaías 46

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 46
    Mostrando versículos 1–12 de 13

    1Beel gad jedha; Neboo akka malee gugguufa;waaqeffatamtoonni isaanii tolfamoon kotte duudaa fi horiitti feʼamaniiru;fakkiiwwan isaan qabatanii jooran baʼaa dha;horii dadhabeef baʼaa dha.

    8"Yaa finciltoota, waan kana yaadadhaa;qalbiittis qabadhaa; garaa keessan keessas kaaʼadhaa.

    12Yaa mata jabeeyyii,isin warri qajeelummaa irraa fagoo jirtan na dhaggeeffadhaa.

  8. 1 Coríntios 12

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 12
    Mostrando versículos 7–20 de 31

    7Mulʼanni Hafuura Qulqulluu garuu faayidaa waliitiif tokkoo tokkoo namaatiif kennama.

    9isa kaaniif Hafuuruma sanaan amantiitu kennama; isa kaaniif immoo Hafuuruma tokkicha sanaan kennaawwan warra dhukkubsatan fayyisuutu kennama;

    20Egaa kutaawwan dhagnaa baayʼee dha; dhagni garuu tokkuma.

  9. João 18

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 18
    Mostrando versículos 18–37 de 40

    18Yeroon isaa waan dhaamocha tureef garboonnii fi eegdonni ibidda qabsiifatanii dhadhaabatanii qaqqaammachaa turan. Phexrosis isaan wajjin dhaabatee qaqqaammachaa ture.

    27Phexros ammas ni gane; yommusuma indaanqoon iyye.

    37Phiilaaxoosis, "Yoos ati mootii dha kaa!" jedheen.Iisaan immoo, "Akka ani mootii taʼe atuu jette. Dhugumaan wanni ani dhaladhee gara addunyaa dhufeefis dhugaadhaaf dhugaa baʼuuf. Namni dhugaaf dhaabatu hundinuu sagalee koo dhagaʼa" jedhee deebise.

  10. Neemias 9

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 6–30 de 38

    6Suma qofatu Rabbii Allaah. Ati shamaayʼuniiwwan, shamaayʼuniiwwan oliitii fi tuuta urjiiwwan isaanii hunda, lafaa fi waan lafa irra jiru hunda, galaanaa fi waan isaan keessa jiru hunda uumte. Ati waan hundaaf lubbuu kennita; raayyaawwan shamaayʼuniis si waaqeffatu.

    8Ati akka ati yaadni isaa amanamaa siif taʼe argitee biyya Kanaʼaanotaa, Heetotaa, Amoorotaa, Feerzotaa, Yebuusotaatii fi biyya Girgaashotaa sanyiiwwan isaatiif kennuuf kakuu isaaf galte. Ati waan qajeelaa taateef waadaa kee eegdeef.

    30Ati bara hedduu isaaniif obsite. Karaa nabiiʼiyyoota keetiitiin Hafuura keetiin isaan akeekkachiifte. Taʼus isaan gurra hin kennine; kanaafuu ati dabarsitee saba biyya sanaatti isaan kennite.

  11. Mateus 9

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 5–26 de 38

    5‘Cubbuun kee siif dhiifameera’ jechuu moo ‘Kaʼii deemi’ jechuutu salphaa dha?

    19Iisaan kaʼee barattoota isaa wajjin isa duukaa buʼe.

    26Oduun waaʼee kanaas biyya sana guutuu keessa facaʼe.

  12. Josué 19

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 19
    Mostrando versículos 21–46 de 51

    21Remeet, Een Ganiim, Een Hadaa fi Beet Phaxeex.

    32Ixaan jaʼaffaan gosa Niftaalemiif balbala balbalaan baʼe; kunis:

    46Meyaarqoonii fi Raqoon Yoopheetti garagalee argamu sanaa dha.

  13. Jó 6

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 12–30 de 30

    12Ani jabina dhagaa qabaa?Foon koos naasiidhaa?

    25Dubbiin qajeelaan akkam ulfaataa dha!Falmiin keessan garuu maal mirkaneessa?

    30Jalʼinni arraba koo irra jiraa?Afaan koo daba addaan baasuu hin dandaʼuu?

  14. Provérbios 26

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 26
    Mostrando versículos 7–23 de 28

    7Afaan nama gowwaa keessatti,fakkeenyi akkuma miilla naafaa ti.

    12Ati nama akka ilaalcha ofii isaatti ogeessa taʼe argitaa?Isa irra gowwaatu abdii caalu qaba.

    23Dubbiin gaariin garaa hamaa keessaa baʼuakkuma okkotee meetiin irra dibamee ti.

  15. Efésios 5

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 1–19 de 33

    1Kanaaf akkuma ijoollee jaallatamootti fakkeenya Allaaha duukaa buʼaa;

    9iji ifaa gaarummaa, qajeelummaa fi dhugaa hunda keessatti argamaatii;

    19zabuuriidhaan, weedduu galataatii fi zabuurii Hafuuraatiin wal jalaa qabaa. Garaa keessan keessatti Gooftaaf faarfadhaatii muuziiqaa dhageessisaa;

  16. Salmos 56

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 56
    Mostrando versículos 3–11 de 13

    3Ani yommuun sodaadhutti sin amanadha.

    4Allaah ani dubbii isaa jajadhu,Allaah nan amanadha; homaa hin sodaadhu.Namni duʼa hin oolle maal na gochuu dandaʼa?

    11Allaah nan amanadha; ani homaa hin sodaadhu.Namni maal na gochuu dandaʼa?

  17. 1 Crônicas 29

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 29
    Mostrando versículos 4–17 de 30

    4kunis keenyan manichaatti uffisuuf warqee qulqulluu warqee, Oofiirii taalaantii kuma sadii fi meetii qulqulleeffame taalaantii kuma torba,

    13Ammas yaa Allaah keenya, si galateeffanna;maqaa kee ulfina qabeessa sanas ni jajanna.

    17Yaa Allaah koo akka ati garaa qortuu fi qajeelummaa jaallattu ani beeka. Anis waan kana hunda amanamummaa fi fedhiidhaanan kenne. Ammas akka sabni kee kan as jiru kun fedhiidhaan siif kenne ani argee gammadeera.

  18. Gálatas 4

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 10–29 de 31

    10Isin guyyoota, jiʼoota, waqtiilee fi waggoota addaa kabajju!

    13Yeroo jalqabaatti akka ani sababii dhukkubaatiin injiila isinitti lallabe ni beektu;

    29Yeroo sana ilmi akka fedhii fooniitti dhalate sun ilma humna Hafuuraatiin dhalate ariʼate. Amma illee akkasuma.

  19. Romanos 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 3–30 de 31

    3Isaan keessaa tokko tokko yoo hin amanin maal ree? Amantii dhabuun isaanii amanamummaa Allaaha ni balleessaa?

    28Nu akka namni seera eeguudhaan utuu hin taʼin amantiidhaan qajeelaa taasifamu ni amannaatii.

    30egaa kan dhagna qabates amantiin, kan dhagna hin qabatinis amantiidhuma sanaan qajeelaa kan taasisu Allaah tokkicha.

  20. Atos 27

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 27
    Mostrando versículos 12–38 de 44

    12Sababii buufanni doonii sun ganna achi turuuf mijaaʼaa hin taʼiniif baayʼeen isaanii Finiiqeetti galanii ganna achitti dabarsuu abdatanii akka nu ittuma fufnee dooniin deemnu murteessan. Buufanni Qareexi kun fuulli isaa gara kibba dhiʼaattii fi gara kaaba dhiʼaatti deebiʼee ture.

    18Waan bubbeen sun akka malee nutti jabaachaa deemeef isaan guyyaa itti aanutti doonii sana irraa feʼiisa guuranii bishaanitti dadarbachuu jalqaban.

    25Kanaaf yaa jarana jabaadhaa! Ani akka wanni kun akkuma natti himame sana taʼu Allaah nan amanaatii.

    36Isaan hundinuu jajjabaatanii ofumaan waa nyaatan.

    38erga nyaatanii quufanii booddee qamadii feʼamee ture sana galaanatti naqanii

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo