Pular para o conteúdo
Publicidade

Qolosaayis 2

Sirna Foonii Jalaa Bilisa Baʼuu

16 Kanaafuu eenyu iyyuu waan nyaattanii fi waan dhugdaniin yookaan waaʼee ayyaanaatiin yookaan waaʼee Baatii Haaraatiin yookaan waaʼee Sanbataatiin isinitti hin murin. 17 Isaan kunneen gaaddidduu waan dhufuuf jiruu ti; dhugaan isaa garuu Al-Masiihii keessa jira.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também

Colossenses
Ver todos os capítulos de Colossenses