Publicidade

Eclesiastes 12

6 Utuu funyoon meetii hin citin,

yookaan utuu waciitiin warqee hin cabin isa yaadadhu;

utuu okkoteen burqaa biratti hin caccabin,

yookaan utuu geengoon ittiin bishaan warraaban boolla bishaanii biratti hin cabin,

7 utuu biyyoon lafa turetti hin deebiʼin,

utuu hafuurris Allaah isa kennetti hin deebiʼin isa yaadadhu.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-29_22-07-56-