Publicidade

Eclesiastes 5

4 Ati yeroo wareega tokko Allaahaf wareegdutti wareega sana of irraa baasuuf lafa irra hin harkifatin. Inni gowwootatti hin gammadu; ati wareega kee of irraa baasi. 5 Wareeganii of irraa baasuu dhiisuu mannaa wareeguu dhiisuu wayya.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-