Publicidade

Efésios 3

16 Inni akkuma badhaadhummaa ulfina isaatti karaa Hafuura isaatiin namummaa keessan kan keessaa humnaan akka cimsuuf duʼaa nan godha; 17 akka Al-Masiihiinis karaa amantiitiin garaa keessan keessa jiraatuuf duʼaa nan godha. Akka isin hidda gad fageeffattanii jaalalaan dhaabattaniifis duʼaa nan godha;

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-29_22-07-56-