22 Yaa niitota, akkuma Gooftaaf ajajamtanitti dhirsoota keessaniif ajajamaa. 23 Akkuma Al-Masiihiin waldaa Al-Masiihiitiif mataa taʼe sana dhirsi niitiif mataadhaatii; Al-Masiihiin Fayyisaa waldaa Al-Masiihii ti; waldaan kiristaanaa immoo dhagna isaa ti.
Publicidade