7 Hin gowwoominaa; Allaahatti qoosuun hin dandaʼamu. Namni waanuma facaafate haammataatii. 8 Namni foonitti facaasu foon irraa badiisa galfata; namni Hafuuratti facaasu immoo Hafuura irraa jireenya bara baraa haammata.
Publicidade
Galaatiyaa 6
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.