Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 1

Dubbii Allaah Kan Xumuraa: Ilma Isaa

1 Bara durii Allaahan yeroo baayʼee fi karaa adda addaatiin nabiiʼiyyootaan abbootii keenyatti dubbatee ture; 2 bara dhumaa kana keessa garuu Ilma isaa kan inni dhaaltuu waan hundumaa godhee muudeen nutti dubbate; isumaanis addunyaawwan uume.

Veja também