Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 10

35 Kanaafuu ija jabina keessan isa gatii guddaa qabu sana hin gatinaa.

36 Yommuu fedhii Allaaha raawwattanittis akka waan inni waadaa gale sana argattaniif obsuu isin barbaachisaatii.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também