Iisaan Barattoota Isaa Jajjabeesse
1 "Garaan keessan hin raafamin. Allaahatti amanaa; nattis amanaa.
27 Ani nagaa isin biratti nan hambisa; nagaa koos isiniif nan kenna. Ani akka addunyaan kennutti isiniif hin kennu. Garaan keessan hin raafamin; hin sodaatinis.