37 Phiilaaxoosis, "Yoos ati mootii dha kaa!" jedheen.
Iisaan immoo, "Akka ani mootii taʼe atuu jette. Dhugumaan wanni ani dhaladhee gara addunyaa dhufeefis dhugaadhaaf dhugaa baʼuuf. Namni dhugaaf dhaabatu hundinuu sagalee koo dhagaʼa" jedhee deebise.
38 Phiilaaxoosis, "Dhugaan maal inni?" jedheen. Innis erga waan kana dubbatee booddee amma illee Yihuudootatti gad baʼee akkana jedheen; "Ani balleessaa tokko illee isa irratti hin arganne.