7 Yiftaanis, "Isin na jibbitanii mana abbaa kootii na hin ariinee? Amma yommuu rakkattan maaliif na bira dhuftu?" isaaniin jedhe.