Pular para o conteúdo
Publicidade

Maarqos 14:22-24

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

22 Utuu nyaachaa jiranuus Iisaan buddeena fuudhee eebbise; caccabsees, "Fudhadhaa; kun foon koo ti" jedhee isaaniif kenne.

23 Xoofoos fuudhee galata galchee isaaniif kenne; hundi isaaniis xoofoo sana irraa dhugan.

24 Innis akkana isaaniin jedhe; "Kun dhiiga ko, dhiiga kakuu haaraa kan namoota baayʼeef dhangalaafamuu dha.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    22 ኡቱ ኛቻ ጅረኑስ ዬሱስ ቡዴነ ፉዼ ኤብሴ፤ ጨጨብሴስ፣ "ፉዸዻ፤ ኩን ፎንኮት" ጄዼ እሳኒፍ ኬኔ።

    23 ጦፎስ ፉዼ ገለተ ገልቼ እሳኒፍ ኬኔ፤ ሁንድሳኒስ ጦፎ ሰነራ ዹገን።

    24 እንስ አከነ እሳኒን ጄዼ፤ "ኩን ዺገኮ፣ ዺገ ከኩ ሃራ ከን ነሞተ ባይኤፍ ዸንገላፈሙዸ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    22 Utuu nyaachaa jiranuus Yesuus buddeena fuudhee eebbise; caccabsees, "Fudhadhaa; kun foon koo ti" jedhee isaaniif kenne.

    23 Xoofoos fuudhee galata galchee isaaniif kenne; hundi isaaniis xoofoo sana irraa dhugan.

    24 Innis akkana isaaniin jedhe; "Kun dhiiga ko, dhiiga kakuu haaraa kan namoota baayʼeef dhangalaafamuu dha.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.