35 Innis xinnoo achi hiiqee lafatti gombifamee, yoo dandaʼame akka saʼaatiin sun isa irra darbituuf duʼaa godhe. 36 Innis, "Aabbaa,14:36 Afaan Araamaayikiitiin abbaa jechuu dha. yaa Abbaa, wanni hundinuu siif ni dandaʼama. Xoofoo kana narraa fuudhi. Garuu akka fedhii keetii malee akka fedhii kootii hin taʼin" jedhe.
Publicidade
Maarqos 14:35,36
KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
35 እንስ ጥኖ አች ሂቄ ለፈት ጎምብፈሜ፣ ዮ ደንደአሜ አከ ሰኣቲን ሱን እሰረ ደርብቱፍ ከዸቴ። 36 እንስ፣ "ኣባ፣14፥36 አፋን አራማይኪቲን አባ ጄቹዸ። ያ አባ፣ ወን ሁንድኑ ሲፍ ንደንደአመ። ጦፎ ከነ ነራ ፉዽ። ገሩ አከ ፌዺኬቲ መሌ አከ ፌዺኮቲ ህንተእን" ጄዼ።
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
35 Innis xinnoo achi hiiqee lafatti gombifamee, yoo dandaʼame akka saʼaatiin sun isa irra darbituuf kadhate. 36 Innis, "Aabbaa,14:36 Afaan Araamaayikiitiin abbaa jechuu dha. yaa Abbaa, wanni hundinuu siif ni dandaʼama. Xoofoo kana narraa fuudhi. Garuu akka fedhii keetii malee akka fedhii kootii hin taʼin" jedhe.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.