Pular para o conteúdo
Publicidade

Maarqos 7:6-8

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

6 Innis akkana jedhee deebise; "Yaa fakkeessitoota, Isaayyaas yommuu waaʼee keessan raajii dubbatetti sirrii ture; kunis akkuma akkana jedhamee barreeffamee dha:

" ‘Uumanni kun hidhii isaatiin na kabaja;

garaan isaa garuu narraa fagoo jira.

7 Isaan akkanumaan na waaqeffatu;

barsiisni isaaniis sirnuma namaa ti.’ 7:7 Isa 29:13

8 Isin ajaja Allaaha dhiiftanii, duudhaa namootaa jabeessitanii eegdu."

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    6 እንስ አከነ ጄዼ ዴብሴ፤ "ያ ፈኬስቶተ፣ እሳያስ ዮሙ ዋኤኬሰን ራጂ ዱበቴት ስሪ ቱሬ፤ ኩንስ አኩመ አከነ ጄዸሜ በሬፈሜዸ፦

    " ‘ኡመትን ኩን ህዺሳቲን ነ ከበጀ፤

    ገራንሳ ገሩ ነራ ፈጎ ጅረ።

    7 እሳን አከኑማን ነ ዋቄፈቱ፤

    በርሲስንሳኒስ ስርኑመ ነማት።’ 7፥7 እሳ 29፥13

    8 እስን አጀጀ ዋቃ ዺፍተኒ፣ ዱዻ ነሞታ ጀቤስተኒ ኤግዱ።"

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    6 Innis akkana jedhee deebise; "Yaa fakkeessitoota, Isaayyaas yommuu waaʼee keessan raajii dubbatetti sirrii ture; kunis akkuma akkana jedhamee barreeffamee dha:

    " ‘Uumanni kun hidhii isaatiin na kabaja;

    garaan isaa garuu narraa fagoo jira.

    7 Isaan akkanumaan na waaqeffatu;

    barsiisni isaaniis sirnuma namaa ti.’ 7:7 Isa 29:13

    8 Isin ajaja Waaqaa dhiiftanii, duudhaa namootaa jabeessitanii eegdu."

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.