Publicidade

Malaquias 4

Dhufaatii Guyyaa Rabbii Allaah

1 "Dhugumaan guyyaan akka badaa ibiddaa bobaʼu ni dhufa. Of tuultonni hundii fi warri hammina hojjetan hundi cidii taʼu; guyyaan sunis isaan guba" jedha Rabbii Allaahan Waan Hunda Dandaʼu. "Hiddi yookaan dameen tokko iyyuu isaaniif hin hafu. 2 Isin warra maqaa koo kabajjaniif garuu Aduun qajeelummaa qoochoo isaa jalatti fayyina qabatee ni baʼa. Isinis baatanii akkuma jabbii golaa gad dhiifamteetti burraaqxu.

Veja também

Publicidade
Malaquias
Ver todos os capítulos de Malaquias
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-29_22-07-56-