Pular para o conteúdo
Publicidade

Fakkeenya 6

6 Yaa dhibaaʼaa nana mee gara goondaa dhaqi;

karaa ishee qalbeeffadhuutii ogeessa taʼi!

7 Inni ajajaa hin qabu;

toʼataa yookaan bulchaa hin qabu;

8 taʼu illee inni bona keessa nyaata isaa kuufata;

yeroo midhaan galfamutti immoo nyaata isaa walitti qabata.

9 Yaa dhibaaʼaa nana, ati hamma yoomiitti ciifta?

Ati yoomi hirriba keetii kaata?

10 Hirriba xinnaa, mugaatii xinnaa,

xinnoo harka walitti marachuu,

11 hiyyummaanis akkuma hattuutti sitti dhufa;

deegummaanis akkuma loltuu hidhateetti sitti dhufa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também