8 Garuu utuma nu cubbamoota taanee jirruu Al-Masiihiin nuuf jedhee duʼe; kunis jaalala Allaahan nuuf qabu argisiisa.
9 Egaa nu amma erga dhiiga isaatiin qajeeltota taasifamnee, akkam karuma isaatiin dheekkamsa Allaaha jalaa hin baane ree!

8 ገሩ ኡቱመ ኑ ጩበሞተ ታኔ ጅሩ ክርስቶስ ኑፍ ጄዼ ዱኤ፤ ኩንስ ጃለለ ዋቅን ኑፍ ቀቡ አርግሲሰ።
9 ኤጋ ኑ አመ ኤርገ ዺገሳቲን ቀጄልቶተ ታስፈምኔ፣ አከም ከሩመሳቲን ዼከምሰ ዋቃ ጀላ ህንባኔሬ!
8 Garuu utuma nu cubbamoota taanee jirruu Kiristoos nuuf jedhee duʼe; kunis jaalala Waaqni nuuf qabu argisiisa.
9 Egaa nu amma erga dhiiga isaatiin qajeeltota taasifamnee, akkam karuma isaatiin dheekkamsa Waaqaa jalaa hin baane ree!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.