10«Tanaaf na caqasa’a;anille waan beeku isinitti hima.
13Isin, ‹Nuuti qarummaa dhagganneerra;ka Iyoobiif deebii kennuWaaqa malee namaa moti› hin jedhina’a.
15«Isaan rifatanee waan deebisanu dhabaneedubbiin isaan duraa badde.
200 resultados encontrados
10«Tanaaf na caqasa’a;anille waan beeku isinitti hima.
13Isin, ‹Nuuti qarummaa dhagganneerra;ka Iyoobiif deebii kennuWaaqa malee namaa moti› hin jedhina’a.
15«Isaan rifatanee waan deebisanu dhabaneedubbiin isaan duraa badde.
1Nama hunnaamessa!Hantuu hujiisa keetiin maaf koorta?Jaalalli bara baraa ka Waaqaahaga bara baraa ti.
4Ati nama sobaalessa!Dubbii nama miitu jaalatta.
9Waaqa, marroo waan ati hujjeetiif,ani bara baraan si leellifadha.Worra si dhugeeffatu duratti,maqaa keeti dansaa san addi’iin eegadha.
10Ergantichi Waaqaa ammoo, «Hin sodaatina’a! Ani oduu gammadaa ta kolbaa maraaf gammada guddaa teetu isinitti odeessiisaaf dhufe.
14«Ulfinni ol-gubba’atti Waaqaaf te’u, lafalle’etti worra inni jaalatuuf nageenni te’u» jedhanee Waaqaa galateeffatane.
17Tissitooti yennaa isa dhaggane, waan ergamaan Waaqaa marroo daa’ima kanaatiif dubbate isaanitti odeessane.
6Jaalalli dhuga’atti malee, hammeennatti hin gammadu.
11Ani yennaa ijoolle’ee akka ijoolle’ee dubbadhe; akka ijoolle’ee yaadadhe; akka ijoolle’ee herrege; amma ammoo, guddadheen duuba amala ijoollumma’aa lakkiseera.
13Yoona dhugeeffannaan, addi’ii fi jaalalli, isaan sadiinuu jabaatanee jiraatan; isaan kana keessaa ka caalu ammoo jaalala.
3Nami afaan ifii eegatu,jiruu ifii eegata;ka ifi eegataa hin dubbanne ammoo hin bada.
14Barsiisi nama qaro’oo madda jiru’uu ti;tiyyoo du’aa irraa nama deebisa.
15Qalbeeffati dansaan ulfinna namaaf kenniti;karaan worra hin addatannee ammoo bu’aa-bayi’i.
11Achiin duuba Ergamaan Waaqaa oojju’uun, ‹Yaaqoob!› jedhee na waame; anille, ‹As jira› jedheen.
22Guyyaa sadiin duuba akka Yaaqoob baqate Laabaan dhage’e.
49Laabaan ammalle, «Yennaa nu gargar baanu Waaqi nu eeguutii» waan jedheef, addee saniin, «Miisphaa31:49 Miisphaa: Afaan Ibrootaatiin Eegiisa jechu’u.» jedhe.
2«Dhuguma tun dhugaaakka teete hin beeka.Ammoo nami attam Waaqa durattibalchaa te’uu dande’a ree?
4Waaqi qaro’o; hunnaamessalle’e;ka isa moromee,hin injifatamin eennuu?
30Nafa kiyya saamunaan,harka kiyya haraanja’aanyoo dhiqadhelle,
20Nuuti karaa golla’aatiin, jechuun karaa haareyaa fi jiraataa inni foon ifiitiin nu’uuf baneen seenna.
24Jaalalaa fi hujii dansa’aan dammandhee akka leenuuf, kowa’a wolii yaadannaa.
35Yoona ifi-addii Waaqatti qaddanu, ta gatii guddoo ittiin dhaggattanu san hin gatina’a!
4Jecha afaan keeti keessaa bayuuf ajajamee,waan namooti hujanu irraa,karaa isaan hunnaan nama irratti ka’anu irralle’ee,ifi eeggadheera.
6Ee Waaqa, ati waan naa dhageettuuf,ani si waammadha;gurra keeti gara kiyya deebifadhuutii,jecha kiyya dhage’i.
9Hamaaleyyii hunnaan na irratti ka’ane,diinota kiyya worra hamaa na marsane irraa na eegi.
16Yennaa afaan keeti waan sirrii te’e dubbatu,keessi kiyya guddoo gammada.
19Ilma kiyya, caqasi;qaroolle te’i;qalbii teetille daandii qajeelaa irratti eegadhu.
32Muummee irratti akka dhudhuufa’aa si idditi;akka buuti’iille hadhaa sitti naxxi.
3Inni akka ati isaaf marartu si hin kadhatta ree?Dubbii laattuulle’een sitti hin dubbataa ree?
10Isa kakkaasiisaaf ka itti guulu eega hin jirre teete,eentu na dura dhaabbatiisa dande’a ree?
24Gadhaan isaa akka dhaka’aa jaba’a;akka daaku’uulle jaba’a.
1Ee Waaqa, rakkinna keessattiqoonqoo tiyya naaf dhage’i;sodaachisaa diinaa irraa na eegi.
2Mala worra hama’aa duraa,waan hantuu hujiisaaworra wolitti qabamu duraa na dhossi.
3Isaan arraba ifii akka shallaaga’aa qaratan;dubbii hadhoottuu akka daayaa darbatan.
18gadhaa waan hantuu yaadu,miila gara waan hantu’uu fiigu,
22Isaan yennaa ati ideentusi sooressan;yennaa rattu si eegan;yennaa ati dammaxxusi’itti dubbatan.
24Dubartii hantuu irraa,arraba lallaafaa dubartiigaarayyeeffatitti’ii irraa si eega.
2«Dubbii hedduu tanaaf deebiin hin kennantuu ree?Nami dubbatticha te’eef dhugaa dhaggataa ree?
7«Gad fageenna dhossaa Waaqaaqorqortee beekuu dandeettaa?Waaqa waan mara dande’uqorqortee bira gewuu dandeettaa?
8Guddinni isaa ol-gubbaa caalaa ol fagaata.Ati maan godhuu dandeetta ree?Gad fageenni isaalle qilee caalaa gad fagaata.Ati maan beekuu dandeetta ree?
4Ee Waaqa, harka worra hamaaleyyi’ii,harka worra hantuu hujuutii fiharka worra gadhi-jabeeyyi’ii keessaa na baasi.
17Ee Waaqa, dargaggummaa tiyyaa jalqaddee,ati na barsiitteerta;ani haga ammaa hujii teeti ta maade’ee odeessa.
18Hunna teeti dhaloota dhufuuf,hujii teeti ta maade’ee worra dhufu’uu jiru maraaf,haga odeessuttiani dulloomee arrii baasulle,Ee Waaqa, na hin lakkisin.
1Durummaa guddo’oo mannaa, maqaa dansaa woyya;meeti’ii fi worqii caalaafudhatama qabaachuu woyya.
5Karaa namoota hama’aa keessa qore’ee fi tiyyo’otti jira;nami ifi eegatu ammoo irraa fagaata.
20Jechoota gorsaatii fi beekkumsaasoddoma ani si’iif hin barreessinee ree?
2Worri hedduun,«Waaqi isa hin baasu» anaan jedhan.
5Ani irkadhee hin rafa; Mootiin Waan Maraawaan na eeguuf,deebi’ee hin dammaqa.
8Qarqaarsi Mootii Waan Maraa biraa dhufa.Ee Mootii Waan Maraa, eebbi keetikolbaa teeti irra jiraatuu ti.
11«Jiru’uun le’iisaafjabeenna maan qaba ree?Eega addii hin qabaatiniimaaf le’a ree?
24«Ani hin cadhisa,isin na barsiisa’a;dokonkora kiyyalle natti hima’a.
30Arraba kiyya irra dokonkorri hin jiraa?afaan kiyya waan hantuuaddaan baasuu hin dande’uu ree?
2Akka garboolee gaaddisa jala foorfatiisa barbaadanuutii fiakka hojjatoota mindaa ifii eegatanuutii mootii?
12Ati akka na eeganuuf ka goote,ani abbaaya’a moo bineensa guddaa abbaaya’aa ti?
15Jiruu farraa tanaa mannaasuruurraa ifitti dhoweedu’u naaf woyya.
1Ee Mootii Waan Maraa,namoota hamaa jalaa na baasi;worra hunnaan nama irratti ka’una irraa eegi.
4Ee Mootii Waan Maraa,harka worra hama’aa irraa na eegi;worra hunnaan nama irratti ka’u,ka miila kiyya qaxafiisaafmala dhowanu irraa na eegi.
8Ee Mootii Waan Maraa,fedhii nama hama’aa hin muummessiniif;mala dhowelle hin milkeessiniif.