Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Qorontos 15

45 Kanaaf, "Aadam namichi jalqabaa lubbuu jiraataa taʼe"15:45 Uma 2:7 jedhamee barreeffameera; Aadam inni dhumaa immoo hafuura jireenya kennu taʼe. 46 Inni jalqabatti dhufe garuu isa hafuuraa utuu hin taʼin isa foonii ti; inni hafuuraa immoo ergasii dhufe. 47 Namichi duraa lafa irraa dhufe; inni kan lafaa ti; namichi lammaffaan immoo shamaayʼun irraa dhufe. 48 Warri kan lafaa taʼan akkuma namicha lafa irraa sanaa ti; warri kan shamaayʼun taʼan immoo akkuma namicha shamaayʼun irraa dhufe sanaa ti. 49 Nu akkuma bifa namicha lafaa sanaa uffanne, akkasuma immoo bifa namicha shamaayʼun sanaa ni uffanna.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também