Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Qorontos 2

Ogummaa Hafuura Irraa Argamu

6 Haa taʼuu malee nu warra bilchaatan gidduutti ogummaa dubbanna; garuu ogummaa addunyaa kanaa yookaan ogummaa bulchitoota addunyaa kanaa kanneen baduuf jiranii miti. 7 Garuu nu ogummaa Allaaha, ogummaa dhokfamee ture, isa Allaahan uumama addunyaatiin dura ulfina keenyaaf jedhee murteesse sanaa icciitiidhaan dubbanna.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também