Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Coríntios 9

13 Isin akka warri mana qulqullummaa keessa wantoota qulqulluu irra tajaajilan nyaata isaanii mana qulqullummaa irraa argatan, akka warri iddoo aarsaa tajaajilan immoo waan iddoo aarsaa irratti dhiʼeeffamu irraa qooddatan hin beektanii? 14 Akkasuma immoo akka warri injiila lallaban waan ittiin jiraatan injiila irraa argatan Gooftaan ajajeera.

Veja também