11 Yaa michoota, erga Allaahan akkana nu jaallatee nus wal jaallachuu qabna. 12 Namni tokko iyyuu takkumaa Allaah hin argine; yoo wal jaallanne garuu Allaahan nu keessa jiraata; jaalalli isaas nu keessatti guutuu taʼa.
Publicidade
1 Yohannis 4
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.