3 Fedhiin Allaaha akka isin qulqullooftanii dha; kunis akka isin halalummaa irraa fagaattaniif; 4 tokkoon tokkoon keessan akkamitti akka karaa qulqulluu fi ulfina qabeessa taʼeen dhagna keessan eeggattan beekuu qabdu; 5 kunis akka ormoota Allaah hin beekneetti hawwii fooniitiin hin taʼin; 6 waan kanaanis namni tokko iyyuu obboleessa isaa hin miidhin yookaan hin gowwoomsin. Akkuma nu kanaan dura isinitti himnee isin akeekkachiifne sana, Gooftaan warra cubbuu akkasii hojjetan hunda haaloo baʼa. 7 Allaahan akka nu jireenya qulqulluu jiraannuuf malee akka xuroofnuuf nu hin waamneetii.
Publicidade
1 Tasaloniiqee 4
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.