Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Qorontos 13

Dhaamsa Nagaa Xumuraa

11 Egaa yaa obboloota nagaatti. Haaromfamaa; wal jajjabeessaa; yaada tokko qabaadhaa; nagaadhaan jiraadhaa. Allaahan jaalalaatii fi nagaa isin wajjin ni taʼa.

12 Dhungoo qulqulluudhaan nagaa wal gaafadhaa.

13 Sabni Allaaha hundinuu nagaa isinii dhaamu.

14 Ayyaanni Gooftaa Iisaa Al-Masiihii, jaalalli Allaaha, tokkummaan Hafuura Qulqulluus hunda keessan wajjin haa taʼu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também