Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 4

19 Phexrosii fi Yohannis garuu deebisanii akkana jedhan; "Qooda Allaaha isiniif ajajamuun fuula Allaaha duratti akka qajeelaa taʼee fi akka hin taʼin mee isinuu ilaalaa! 20 Nu waan arginee fi waan dhageenye dubbachuu dhiisuu hin dandeenyuutii."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também