Pular para o conteúdo
Publicidade

Efesoon 6

19 Yommuun afaan saaqqadhu hunda ija jabinaan icciitii injiilaa akkan beeksisuuf dubbiin akka naa kennamu anaafis duʼaa godhaa; 20 injiilli kunis isuma ani isaaf jedhee ergamaa taʼee foncaan hidhamee dha. Isinis akka ani akkuma narraa eegamutti sodaa malee isa lallabuu dandaʼuuf duʼaa naa godhaa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também