Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 10

Amantiidhaan Cimanii Dhaabachuu

19 Kanaafuu yaa obboloota, nu dhiiga Iisaatiin gara Iddoo Iddoo Hunda Caalaa Qulqulluu taʼeetti galuuf ija jabina waan qabnuuf 20 karaa haaraa fi jiraataa golgaa keessaan jechuunis karaa foon isaatiin nuu baname sanaan 21 waan luba guddaa mana Allaaha irratti qabnuuf, 22 kottaa akka qalbiin keenya yaada yakka qabaachuu irraa qulqulleeffamuuf garaa keenyatti nuu facaafamee, dhagna keenyas bishaan qulqulluun dhiqannee garaa qulqulluu amantii mirkanaaʼaa guutuu qabuun Allaahatti dhiʼaannaa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também