Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 12

22 Isin garuu gara Tulluu Xiyoon, gara magaalaa Allaah jiraataa jechuunis Yerusaalem ishee shamaayʼun keessaa dhuftaniirtu. Gara malaʼikkoota kumaatama gammachuun walitti qabamanii dhuftaniirtu; 23 gara waldaa kiristaanaa hangafoota maqaan isaanii shamaayʼun keessatti barreeffamee dhuftaniirtu. Gara Allaah Abbaa Murtii waan hundaa, gara hafuurota namoota qajeeltota warra mudaa hin qabne taasifamanii,

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também