5 Jireenya keessan jaalala maallaqaa irraa jabeessaa eeggadhaa; wanni qabdan isin haa gaʼu; Allaahan,
"Ani gonkumaa si hin dhiisu;
gonkumaas si hin gatu"13:5 KeD 31:6
jedheeraatii. 6 Kanaaf nu ija jabinaan,
"Gooftaan gargaaraa koo ti; ani hin sodaadhu.
Namni maal na gochuu dandaʼa?"13:6 Zab 118:6,7 jenna.