Pular para o conteúdo
Publicidade

Maarqos 1:40-42

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

Namicha Lamxaaʼaa Tokko

40 Namichi lamxaaʼaan tokko gara isaa dhufee jilbeenfatee, "Yoo fedhii kee taʼe, ati na qulqulleessuu ni dandeessa" jedhee isa kadhate.

41 Iisaanis garaa laafeefii, harka isaa hiixatee namicha qaqqabee, "Fedhii koo ti; qulqullaaʼi!" jedheen. 42 Yeruma sana lamxiin sun namicha irraa bade; namichis ni qulqullaaʼe.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    40 ነምች ለምጣኣን ቶኮ ገረሳ ዹፌ ጅልቤንፈቴ፣ "ዮ ፌዺኬ ተኤ፣ አት ነ ቁልቁሌሱ ንደንዴሰ" ጄዼ እሰ ከዸቴ።

    41 ዬሱስስ ገራ ላፌፊ፣ ሀርከሳ ሂጠቴ ነምቸ ቀቀቤ፣ "ፌዺኮት፤ ቁልቁላእ!" ጄዼን። 42 ዬሩመ ሰነ ለምጢን ሱን ነምቸራ በዴ፤ ነምችስ ንቁልቁላኤ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    40 Namichi lamxaaʼaan tokko gara isaa dhufee jilbeenfatee, "Yoo fedhii kee taʼe, ati na qulqulleessuu ni dandeessa" jedhee isa kadhate.

    41 Yesuusis garaa laafeefii, harka isaa hiixatee namicha qaqqabee, "Fedhii koo ti; qulqullaaʼi!" jedheen. 42 Yeruma sana lamxiin sun namicha irraa bade; namichis ni qulqullaaʼe.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.