Pular para o conteúdo
Publicidade

Maarqos 15

Iisaan Fannifamuu Isaa

21 Isaanis namicha Qareenaa15:21 Qareenaan magaalaa Giriik kan qarqara kaaba Afriikaa naannoo harʼa Liibiyaa jedhamutti argamuu dha. kan Simoon jedhamu tokko utuu inni baadiyyaadhaa dhufee achiin darbaa jiruu arganii akka inni fannoo Iisaa baatuuf isa dirqisiisan. Namichi kunis abbaa Iskindiroosii fi Ruufoosii ti.

Veja também