43 Yoo harki kee si gufachiise, of irraa muri. Harka lama qabaattee jahaannamitti, iddoo ibiddi isaa hin dhaamnetti galuu irra, harka dooluudhaan jireenyatti galuu siif wayya. [
45 Yoo miilli kee si gufachiise of irraa muri. Miilla lama qabaattee jahaannamitti darbatamuu irra, laamshoftee jireenyatti galuu siif wayya. [
47 Yoo iji kee si gufachiise, of keessaa baasi. Ija lama qabaattee jahaannamiitti darbatamuu irra ija tokkoon mootummaa Allaahatti galuu siif wayya.