2 Israaʼeloonni hundinuu Muusaa fi Haaruunitti guunguman; waldaan guutuunis akkana isaaniin jedhe; "Nu utuu biyyuma Gibxitti dhumnee jiraannee! Yookaan utuu gammoojjii kana keessatti dhumnee jiraannee! 4 Isaanis, "Amma hoogganaa filannee biyya Gibxitti haa deebinu" waliin jedhan.
Publicidade
Lakkoobsa 14:2,4
KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
2 እስራኤሎን ሁንድኑ ሙሴፊ አሮንት ጉንጉመን፤ ወልዳን ጉቱንስ አከነ እሳኒን ጄዼ፤ "ኑ ኡቱ ብዩመ ግብጥት ዹምኔ ጅራትኔ! ዮካን ኡቱ ገሞጂ ከነ ኬሰት ዹምኔ ጅራትኔ! 4 እሳንስ፣ "አመ ሆገና ፍለትኔ ብየ ግብጥት ሃዴብኑ" ወሊን ጄዸን።
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
2 Israaʼeloonni hundinuu Musee fi Aroonitti guunguman; waldaan guutuunis akkana isaaniin jedhe; "Nu utuu biyyuma Gibxitti dhumnee jiraannee! Yookaan utuu gammoojjii kana keessatti dhumnee jiraannee! 4 Isaanis, "Amma hoogganaa filannee biyya Gibxitti haa deebinu" waliin jedhan.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.